Falah Tour &Travel

Falah Tour &Travel Falah

15/08/2026

الحمد لله على نعمة الإسلام 🥰

25/07/2026
Aww akkam nagayaa?Galmee keenna kan July 29 xumurree jirra.Maatiin keena kan nufilatanii nuwalin imala egaludhaaf qophii...
24/07/2026

Aww akkam nagayaa?
Galmee keenna kan July 29 xumurree jirra.
Maatiin keena kan nufilatanii nuwalin imala egaludhaaf qophii kesan xumurtan hundinuu galatoomaa isin jechuu barbaada.
Sagantaan keena kan itiaanu qophaahee waan jiruf akuma imaltoota keena karaa qabsiifneen kan isin beksifnu taha inshaa allaah.

Galatoomaa

🕋 Hawwiin Mana Rabbii daawwachuu qabduu?   Amma yeroon gette.   tour and travel tajaajila guutuu fi amansiisaa waliin im...
14/07/2026

🕋 Hawwiin Mana Rabbii daawwachuu qabduu?
Amma yeroon gette.
tour and travel tajaajila guutuu fi amansiisaa waliin imala Umraa keessanii kan salphaa, Mijataa fi Nageenya gutuu qabu taasisuuf qophaa'eera.

Guyyaa Ka'umsaa: 29 July 2026
Yeroo Imalaa: Guyyaa 10
Madiinaa: Guyyaa 3
Makkaa: Guyyaa 7

Paakeejichi kan of keessaa qabu.
Tikkeeta Xiyyaaraa
Viizaa
Hoteela mijataa
Geejjibaa guutuu
Imaama fi qajeelcha imalaa
Deeggarsa guutuu yeroo imalaa hunda
Gatiin Paakeejii: 150,000 ETB qofa
Galmeen yeroo murtaa'e keessatti xumurama; iddoo keessan dafaa qabsiifadhaa!

Odeeffannoo dabalataaf.👇
📱 WhatsApp:+251982787806
☎️ Bilbila: +251982787806 +251726330353

 🥰
10/07/2026

🥰

10/07/2026

Coming soon.....

Address

Adama
02

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falah Tour &Travel posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category