Remedan ibnu ibrahim

Remedan ibnu ibrahim ‏﷽‏﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَ

07/04/2026

·           ▒๑•ั🌺 •ั๑▒               ·➴"ሃያእ ካለሽ አሏህ ይወድሻል…!   , #ነአም ሃያእ ካለሽ አሏህ ይወድሻል አንዳዴም ይሉኝታያላት ሙስሊም ሴት አሏህ ለሷ ህጋዊ ...
27/04/2025

· ▒๑•ั🌺 •ั๑▒ ·
➴"ሃያእ ካለሽ አሏህ ይወድሻል…!
,
#ነአም ሃያእ ካለሽ አሏህ
ይወድሻል አንዳዴም ይሉኝታ
ያላት ሙስሊም ሴት አሏህ ለሷ
ህጋዊ ባደረገላት ባል ላይ እንኳን
የአይን አፋርነት #ስሜት
ሊሰማት ይቸላል።
,
ይህ አይናፋርነትሽ
አንችን ሊያስጨንቅሽ አይገባም።
ይልቁንስ አንዱ የእምነትሽ ክፍል
እንደሆነ ልታውቂ ይገባል።
,
ሌሎች እህቶችሽ ይሉኝታቸውን
ስለገፈፉ የጌታቸውን ትእዛዝ
ጥሰው እርቃናቸውን ሆነው ስለሄዱ
ብዙ
አጅበዋቸው ስለሄዱ አንቺ የብቸኝነት
እና የኋላቀርነት ስሜት
ሊሰማሽ አይችልም....
▒๑•ั🌺 •ั๑▒
-----❀------

🌙🌙🌙🌺 عيدكم مبارك 🌺🔶 🌸Eid Mubarak 🌸 🔶🌹 ዒድ ሙባረክ 🌹تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال💎ከእኛም ከእናንተም አሏህ መልካም ስራዎቻችንን ይቀበለን💎     ...
28/06/2023

🌙🌙🌙

🌺 عيدكم مبارك 🌺

🔶 🌸Eid Mubarak 🌸 🔶

🌹 ዒድ ሙባረክ 🌹

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال

💎ከእኛም ከእናንተም አሏህ መልካም ስራዎቻችንን ይቀበለን💎

•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈
Mr-Remedan Ebrahim

28/10/2021

Hir’ina vaayitaamin A: mallattoo fi furmaata!
*************
MALLATTOO
■ Iji ofii halkan arguu dhabuu.
■ Iji ofii imimmaan dhabee goguu.
■ Qaamni ofii dhukkuba ittisuu dadhabuun infekshinoota adda addaan amma ammaa qabamuu.
■ Gogaa irratti mallattoon adda addaa ba'uu
■ Lafeen seeraan guddachuu dadhabuu.
****************
KA'UMSA
■ Sooratawwan vaayitaminii kanaan badhaadhoo ta’an nyaachuu dhabuu.
■ Dhukkuboota addaa addaa, kanneen xuuxama soorataa hir'isan
■ Hir'ina nyaataa kanneen biraa akka hir'ina pirootiinii fi ayirenii illee hir'ina viitamin A ni fidu.
****************
FURMAATA
■ Nyaatonni vaayitaamin A dhaan badhaadhoo ta’an soorachuu (Kaarota, dinnicha mi'ooftuu, hanqaaquu, fuduraalee fi muduraalee halluu keelloo fi burtukaanaa qaban, fudduraalee baalatti baat'atan akka salaaxaa fi raafuu)
■ Mana yaalaa deemuun vaayitaminii kana bifa qorichaan fudhachuu. Keessumaa daa'imman vaayitamina kana argachuu qabu.
**********
Fayyaan Faaya
Share #
Like #

07/09/2021

FAAYDAA QAARA MURAASA
1. Vitamin An kan badhaadhe waan ta'eef, fayyaa ija keenyaaf ni tola.
2. Vitamin C kan of keessaa qabu waan ta'eef, fayyaa gogaa keenyaaf ni gargaara.
3. Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaaf.
4. Haalaan daakamuu soorataaf.
5. Utaalloo, qakkee fi kaansarii sombaa nurraa ittisa.
6. Fayyaa fi jabina lafee keenyaaf.
7. Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
8. Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa
9. Rammolee garaacha.
10. Dhukkuba ijaa.
11. Dhukkubi ilkaani dabre dabree nama nyataan.
12.Dhiibbaa dhiiga to'achuuf fi k.k.fa'a
Galatooma lammii koo
Dr Jirenya S

Address

Newmanmamo@gmail. Com
Adama

Opening Hours

Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251911265418

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Remedan ibnu ibrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Remedan ibnu ibrahim:

Share

Category