
31/07/2025
Itti aanaan Komishinara Komishinii Tuurizimii Oromiyaa Obbo Dawud Mumee Alii ganama har'aa balaa konkolaataatiin du'aan addunyaa kanarraa boqotan.
Abbaa ijoollee afur kan ta'an Obbo Dawud Mume, Hoggansa kutannoo qabuu fi guddina damee ikootuurizimii naannichaa keessatti nama adda duree ijoo turan. dhaabbilee kunuunsaa qabbeenyaa umamaa fi turizimii waliin walqabatan waliin hojjachudhan ogeessa muuxannoo waggoota dheeraa qaban keessa tuuran. Hojiiwwan guddina damee ikootuurizimii fi kunuunsa qabbeenya uumamaa Oromiyaa irrati hojjetaniin dhiibbaa waaraa taasiisan.
Miseensoonni imaltoota Jaarraa (Jara Travelers) du'a tasa Obo Dawud Mumeen gadda guddaa nutti dhaga'ame ibsachaa; Maati isaaniif, hiriyoota fi waahillan isaanif, akkasumaas qooda fudhattoota turizimii Oromiyaa hundaaf Rabbiin obsa fi jajjabiina akka kennuf haawwiina.
Lubbuun isaani nagaan haa boqottu!
#የሐዘንመግለጫ
የኦሮሚያ ቱሪዝም ኮሚሽን ምክትል ኮሚሽነር የሆኑት ኦቦ ዳውድ ሙሜ አሊ ዛሬ ጠዋት ባገጠማቸው ድንገተኛ የመኪና አደጋ ህይወታቸው ሊያልፍ ችሏል።
የአራት ልጆች አባት የሆኑት ኦቦ ዳውድ ሙሜ ከተፈጥሮ ጥበቃና ቱሪዝም ጋር በተያያዘ የሚሰሩ ተቋማት ጋር ለረጅም አመት የሰሩ አንጋፋ ባለሙያ ሲሆኑ፤ በክልሉ ውስጥ የኢኮቱሪዝም ዘርፉን በማሳደግ ረገድ ቁርጠኛ ባለሙያ እና ቁልፍ መሪም ነበሩ። በኦሮሚያ ኢኮ-ቱሪዝም ዘርፍ እድገት እና በተፈጥሮ ጥበቃ ላይ በሠሯቸው ያላሰለሰ ሥራዎች በዘርፉ ዘላቂ ተፅዕኖን መፍጠር ችለዋል።
የJara Travelers አባላት በኦቦ ዳውዱ ሙሜ ድንገተኛ ህልፈት የተሠማንን ጥልቅ ሐዘን እየገለፅን፤ ለቤተሰባቸው፣ ለወዳጅ ዘመዶቻቸው፣ ለሙያ ባልደረቦቻቸው እንዲሁም ለመላው ቱሪዝም ባለ ድርሻ አካላት ፈጣሪ የልብ መፅናናትን እንዲሠጣቸው እንመኛለን።
ነፍሳቸው በዘላለማዊ ሠላም ትረፍ!