Mana uffata aadaa "Haadha caayaa"

Mana uffata aadaa "Haadha caayaa" sells cultural clothes

13/08/2025

Waamícha gargaarsa arifachiisaa

Lubbuu haa Baraarru

" Kabajamtoota haawaasa keenya biyya alaa fi biyya keessatti argamtan hundumaaf,

obboleesi keenya Mahadii Takola kaleen isaa lamaanuu sababa dhukkuba kaleetiin hojiin ala ta'ee waan jiruuf waggaa lamaan darbaniif maatiin isaa manaafi qabeenya qaban gurguranii yaalchisaa akka turaniifi torbaanitti guyya lama dhiqannaan kalee godhamaafi kan ture yoo ta'u Amma garu boordiin hospitaala xiqur anbassaa ji'a Sadie (3) keessatti biyya alaa deemee jijirraa kalee akka taasisu murteessee jira.

Kanaaf haati isaa kalee ishee tokkicha isaaf kennuudhaan jijiürraan kalee akka taasifamuuf qarshii miliyoona 5.5 gaafatamee waan jiruuf haawaasni keenya biyya keessaafi biyya alaa jirtan gargaarsa namoomaa keenya akka baanu kabajaan isin gaafanna"

Nama gargaaruuf nama ta'uun gahaadha

Dhabdee dhabdee Facebook kee irratti maxxansuufi share godhuun gargaari.

Irreecha 2024 best time
07/10/2024

Irreecha 2024 best time

Gadhifamee jira enjoy it
22/09/2024

Gadhifamee jira enjoy it

Waiting.....
22/09/2024

Waiting.....

28/08/2024
17/08/2024
19/06/2024

4ffa Si dhiise deemu hin barbaadu!


GUYYAA 4 Qofaatu hafe!
Si dhiisee deemuf na dide garaani
Si wajjin jiraachuuf na eega karaani
Kanatu dhibe anaani ….


SUBSCRIBE MY YOUTUBE CHANNEL. Link in comment

Wow 👌 👏
04/05/2024

Wow 👌 👏

Andualem GosaaWalaloo: Lalisaa Indiris Adam Yeedaloo: Andualem Gosaa, Takkaaleny Tasfaa fi Uummataa BILILLEEShaggarii ulaan shan banaadha, banaadhaEssarraan ...

Address

Infront Of Imam Ahmed Mosque Harar
Harar

Telephone

+251911012164

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana uffata aadaa "Haadha caayaa" posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana uffata aadaa "Haadha caayaa":

Share