Alif Travel

Alif Travel Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Alif Travel, Travel Company, Addis Ababa.

🕋 ODUU GAMMACHIISAA! ✈️VISA WAGGAA TOKKOON UMRAA KEESSAN YEROO HEDDUU RAAWWADHAA!Namoota Visa tokkoon Umraa deddeebi'ani...
24/07/2026

🕋 ODUU GAMMACHIISAA! ✈️

VISA WAGGAA TOKKOON UMRAA KEESSAN YEROO HEDDUU RAAWWADHAA!

Namoota Visa tokkoon Umraa deddeebi'anii raawwachuu barbaaddan hundaaf!

ALIF TRAVEL carraa addaa isiniif qopheesseera. Visa waggaa tokkoof turuun, waggaa keessatti yeroo hedduu deemtanii fi deebitanii Umraa keessan akka raawwattan isin dandeessisu.

Maaliif ALIF TRAVEL?

✔ Visa Umraa waggaa tokkoof turu
✔ Visa tokkoon yeroo hedduu deddeebi'uun Umraa raawwachuu ni dandeessu
✔ Gatii madaalawaa fi tajaajila amanamaa
✔ Tajaajila saffisaa fi deeggarsa guutuu qabuun

«Maarree
carraa kana hin dabarsinaa! Ammuma fayyadamaa.»

📲 Odeeffannoo dabalataaf karaa Telegram fi WhatsApp nu qunnamaa.

📞 +251 921 090 910
📞 +251 981 849 858

ALIF TRAVEL

“Tajaajila Hundaaf” ✈️🕋

🕋 I M A L A   U M R A A 🕋Dhuunfaanis ta'ee gamtaadhaan gara Ka'abaa Rabbii Ziyaaraa Madiinaa imaluu ni barbaadduu? ! Maa...
18/07/2026

🕋 I M A L A U M R A A 🕋

Dhuunfaanis ta'ee gamtaadhaan gara Ka'abaa Rabbii Ziyaaraa Madiinaa imaluu ni barbaadduu?

!
Maatii, hiroyootaa fi kophaa keessan yoo deemu barbaaddan, turtii torbanoota hedduuf Makkaa fi Madiinaa keessatti yeroo ibaadaa gaarii dabarsuun, akkasumas iddoowwan seenaa Islaamaa daawwachuu ni dandeessu.

✅ Tajaajila Umraa guutuu
✅ Viizaa (Visa)
✅ Tikkeetii Xiyyaaraa
✅ Qophii Imalaa fi Qajeelfama Gatii Baayyee Madaalawaan.

Ammauma nu qunnamaa; Viizaa fi tikkeetii keessan yeroon qopheeffadhaa.

📞 Nu Qunnamuuf
+251 921 090 910
+251 981 849 858
Aliif Travel
“Tajaajila Hundaaf” ✈️🕋

🌍Biyya Kam Deemuu Feetu?✈️ 🎫   Xiyyaaraa Gatii MadaalawaanBiyya barbaaddee fi xiyyaara Biyya filatteen siif qopheessina✅...
02/05/2026

🌍Biyya Kam Deemuu Feetu?✈️
🎫 Xiyyaaraa Gatii Madaalawaan
Biyya barbaaddee fi xiyyaara Biyya filatteen siif qopheessina

✅ Tajaajila Ariifachiisaa
✅ Gatii Madaalawaa
✅ Deggersa Guutuu Imala Keetiif
💼 Aliif Travel
Tajaajila Hundaaf
📞 Nu Qunnamaa:
+251 921 090 910
+251 981 849 858
🌐 Imalli kee nu waliin salphaa dha!

  📢Biyya Turkey🇹🇷 Deemuu Feetuu.👉 Namoota gara 🇹🇷 Turkey deemuun hojii Hojjachuu barbaaddan hundaaf!✈️ Visa ariifachiisa...
20/04/2026


📢Biyya Turkey🇹🇷
Deemuu Feetuu.

👉 Namoota gara 🇹🇷 Turkey deemuun hojii Hojjachuu barbaaddan hundaaf!
✈️ Visa ariifachiisaa – guyyaa muraasa keessatti Guyyaa Muraasaaf Turu.
⏱️ Hin turuu Nu Biraa saffisaan ni argattu!
👉 Deeggarsa guutuu fi tajaajila amanamaa Haala Adda Taheen argattu

Maarree Ammuma
📞 Nu qunnamaa:-
Laakkofsa WhatsApp
+251 921 090 910
+251 981 849 858
🌐 Aliif Travel
“Tajaajila hundaaf”

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alif Travel posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category