08/06/2020
Thanks Abiy for this helpful project to make Ethiopia green again. 60 years ago 40% of the country was covered by forest but now it's less than 3%. Thanks again for this ambitious plan.👏
በሕይወታችን የመጀመሪያውን ዓለም የምናየው ከቤተሰባችን ነው። ለልጆቻችን በርካታ አዎንታዊ ዕሴቶችን በልጅነታቸው ለማስተማር እንችላለን። ከነዚህም አንዱ አካባቢን መከባከብ እና ከተፈጥሮ ጋር መልካም ትሥሥር እንዲኖራቸው ማስቻል ነው። መላው ኢትዮጵያውያን ቤተሰቦች ኮቪድ 19ን እየተከላከሉ #አረንጓዴ ዐሻራቸውን እንዲያሳርፉ እኔና ቤተሰቤ ጥሪያችንን እናቀርባለን።
Addunyaa isa jalqabaa kan arginu maatii keenya irratti. Ijoollee keenya daa'imummaa isaaniirraa eegallee duudhaawwan gaggaarii hedduu barsiisuu dandeenya. Kanneen keessa tokko naannawaa kunuunsuufi uumama waliin hidhata gaarii akka qabaatan gochuudha. Maatiiwwan Itoophiyaa hundi # -19 ittisaa, isaanii akka keewwatan aniifi maatiinkoo waamicha keenya dhiyeessina.
Families are sites where our first impressions of the world form. And so we can instill many positive values in children early on, including an outlook for environmental preservation and care, so they form a better relationship with nature. My family and I call upon all families to plant their at the household level, observing prevention measures.
//
*በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ*
*Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!*