22/05/2024
beeksisa
Dhaabbileen hojii biyya alaa irratti bobba’an hundi lammiilee biyya alaatti seera qabeessaan hojii manaa fi mana keessaa hojjechuu barbaadan gara dhaabbilee leenjii mootummaa armaan gaditti tuqamanitti erguun qofa akka ta’e isin yaadachiisuu barbaanna.