Tuurizimii Oromiyaa

Tuurizimii Oromiyaa There is no place like Oromia�

Jeedalli Diimtuu Paarkii Gaarreewwan Baalee keessatti argama. Addunyaa kanarratti biyya keenya qofa keessatti argama.
01/03/2019

Jeedalli Diimtuu Paarkii Gaarreewwan Baalee keessatti argama. Addunyaa kanarratti biyya keenya qofa keessatti argama.

Paarkiin Biyyaalessaa Gaarrewwaan Baalee Magaala guddoo Finfinnnee irraa gara Baha Kibba Itoophiyaatti km. 400, Magaala ...
18/10/2018

Paarkiin Biyyaalessaa Gaarrewwaan Baalee Magaala guddoo Finfinnnee irraa gara Baha Kibba Itoophiyaatti km. 400, Magaala Shaashamannee irraa km. 150 gara Bahaatti fagaatee Naannoo Oromiyaa keessatti argama.
Qabeenya naannoo keenyaa waliin taanee haa beeksifnu! fi gochuu hin dagatiinaa!

ODAAGalma Oromoo, teessoo kora guddaaBakka tumaa seeraa, gaafa Sirna GadaaSirratti dagannee, seenaa isa dhugaaJabeessii ...
12/10/2018

ODAA
Galma Oromoo, teessoo kora guddaa
Bakka tumaa seeraa, gaafa Sirna Gadaa
Sirratti dagannee, seenaa isa dhugaa
Jabeessii nuuf tiksi aadaa keenya hunda

Qabeenya Oromoo kallacha tokkummaa
Iddoo murtii seeraa dirree walqixxummaa
Madda seenaa keenyaa ibsa Oromummaa
Akeeka warraqasaa mallattoo gootummaa!!!

Aadaa bareedaa qabna hin jiru kan keenya gitu meeshaa aadaa Oromoo kumnillee hin bitu!!!!
01/10/2018

Aadaa bareedaa qabna hin jiru kan keenya gitu meeshaa aadaa Oromoo kumnillee hin bitu!!!!

Baga geenye baga ittiin nu gahe! Ayyaanni Irreechaa baranaa kan milkii nuuf haa ta'u.
25/09/2018

Baga geenye baga ittiin nu gahe! Ayyaanni Irreechaa baranaa kan milkii nuuf haa ta'u.

Kababa ayyaana Irreechaa baranaa irratti hirmaachuuf meeqan keessantu qophaa'aa dha?
23/09/2018

Kababa ayyaana Irreechaa baranaa irratti hirmaachuuf meeqan keessantu qophaa'aa dha?

09/08/2018

Oromiyaan qabeenya guddaa kan uumamaa fi nam-tolchee, aadaa fi seenaa daawwatamuu qabu baayyee qabdi. Garuu hanga qabeenya ishee beekamtiin kennameefii galii argachuu qabdu argachaa hin jirtu. Sababiin isaas sirna darbe keessa hojiin beeksisaa kan naannoo kaabaa qofa irratti xiyyeeffateetu hojjetamaa ture waan ta'eefi. Amma immoo carraa baayyee of harkaa waan qabnuuf nuti ofii keenyaa qabeenya turizimii keenyaa haa beeksifannu, haa eeggannu.

Kanaafuu page kana fi gochuun tumsa gama keenyaan haa taasifnu.

11/05/2018
Harri Laangaanoo (The Golden Lake) hara biyyi keenya Oromiyaan qabdu keessaa ishee baay'ee jaalatamtuu fi namoota kumaat...
09/05/2018

Harri Laangaanoo (The Golden Lake) hara biyyi keenya Oromiyaan qabdu keessaa ishee baay'ee jaalatamtuu fi namoota kumaatamaan daawwatamtudha. Meeqan keessantu achi deemee boqonnaa sammuu fudhateera laata?

Aadaan uffannaa keenyaa kunoo akkanatti nama miidhagsa. maaltu kan akka ofii?like fi share godhaa aadaan keenya akka bee...
07/05/2018

Aadaan uffannaa keenyaa kunoo akkanatti nama miidhagsa. maaltu kan akka ofii?
like fi share godhaa aadaan keenya akka beekamu dirqama keessan ba'aa, hawwata daawwattootaas akkasuma beeksisaa.

Gadamsa Baddaa Baalee "Gadamsi Diinshoo Ba'ee Tulluu Naanna'ee..." Haacaaluu Hundeessaa
07/05/2018

Gadamsa Baddaa Baalee "Gadamsi Diinshoo Ba'ee Tulluu Naanna'ee..." Haacaaluu Hundeessaa

Address

Piassa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tuurizimii Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share