21/09/2025
Magaalaan Jimmaa sagantaawwaniifi jilaawwan garaagaraa ga'umsa ol'aanaadhaan bara 2017 keessatti keessummeessitee jirti. Kanaafuu, Jimmaan filannoo keessan godhaa. Link armaan gadii tuquun Jimma City kan jedhu filadhaa.
https://t.me/visit_oromia1/31
Jimmaa, dachee warqii magariisaa!
Magaalaa Jaalalaafi kabajaa!