Rashad Mohammednur

Rashad Mohammednur Gadaan quufa gabbina!

"MIILLI QUNCEE BUTEE QUNCEEN UD*AN BUTE" jedhan
28/07/2026

"MIILLI QUNCEE BUTEE
QUNCEEN UD*AN BUTE"

jedhan

Alhamdu lillaah
20/07/2026

Alhamdu lillaah

imala Gaarii
14/07/2026

imala Gaarii

03/07/2026

KAN AKKANATTI HAFU HIN JIRU
โ€Ž ๐Ÿ‘‰mootichi barreessaa isaa waamee abboommii tokko kenneef,
โ€Žqubeelaa isaa of irraa baasee itti kennee,"qubeelaa kana irratti waan tokko akka naaf barreessitun barbaada.yeroo ani oftuulu kan gadi nadeebisu,yeroo ani abdii kutadhu immoo kan abdii natti horu barreeffama gabaaabaa itti naaf
โ€Žbarreessi" jedhee itti kennate
โ€Ž
โ€Žโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธbarreessichis qubeelicha harkaa fuudhe.maal akka irratti barreessuu qabu yeroo fudhatee itti yaade.dhuma irratti Akkuma mootichi abboometti, barreeffama gabaabaa barreessee mootichaa kenneef.mootichis baayyee ajaa'ibsiifate.
โ€Žmaal kan jedhu ture barreeffamichis "KUNIS NI DARBA!"
โ€Ž

๐‹๐ข๐ค๐ข๐ฌ๐ค๐ข๐ฌ๐ข๐ข ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง.. ๐Œ๐š๐œ๐š๐ซ๐ซ๐š๐ฌ๐ก๐š๐š๐ง ๐€๐š๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š!๐Ÿ˜‡โ€‹"White people" kun dura qaama keenya bitan, achiin booda lafa keenya bit...
01/07/2026

๐‹๐ข๐ค๐ข๐ฌ๐ค๐ข๐ฌ๐ข๐ข ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง.. ๐Œ๐š๐œ๐š๐ซ๐ซ๐š๐ฌ๐ก๐š๐š๐ง ๐€๐š๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š!๐Ÿ˜‡
โ€‹"White people" kun dura qaama keenya bitan, achiin booda lafa keenya bitan, har'a immoo... แˆตแˆœแ‰ตแŠ“ แŒŠแ‹œแ‹ซแ‰ฝแŠ•แŠ• (miira fi yeroo keenya) Free of charge (bilaasha) koloneeffataa jiru! ๐Ÿง ๐Ÿ“‰

โ€‹Nuti immoo asitti, "Arsenal har'a hin mo'anne" jennee rafuu didna. แŠ แ‹ญแŒˆแˆญแˆแˆ?!

โ€‹Daldalli ispoortii dhuunfaan tapha 'Attention Economy' (Diinagdee Xiyyeeffannoo) dha. Gootonni daldalaa Premier League keessatti biliyoonaan qabeenya argatu; daldala isaanii guddifatu. Nuti immoo madaala 'Cost-Benefit' (Kasaaraa fi Bu'aa) jireenya keenyaa dagannee, 'Free of charge' yeroo fi sammuu keenya kenninaafi.

โ€‹Gatiin miira keenyaa fi boqonnaan hirriba keenyaa daldala dhuunfaa namoota biroof bitamuu hin qabu.

Tapha isaan itti maallaqa kuffatan irratti, nuti miira keenya dhabnee 'Sleep deprivation' (hirriba dhabuu) keessa galamuun Modern Colonization (Koloneeffannaa Ammayyaa) dha! ๐Ÿ˜‰๐Ÿ•บ

โ€‹Arsenal mo'us mo'amuu baatus, hirribni kee fi boqonnaan sammuu kee qaalii dha! Madaala miira keetii to'adhu. โœŠ๐Ÿซต

15/06/2026
With William Last KRM โ€“ I just got recognized as one of their top fans!
10/05/2026

With William Last KRM โ€“ I just got recognized as one of their top fans!

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rashad Mohammednur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share