Daanii

Daanii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daanii, Tour Agency, Sebeta.

28/04/2025

?
_________
Kan ati maasii jettu
Barii karaan fixeensa
Kan ati gaarii jettu
Tarii garaan bineensa
Afaan banee wakabee
Waan siif oo'u fakkaata
Rakkina kee yoo argu
'Maarshii' sagaliin kaata

Gaafa sicina jiru
Afaan dhadhaa odeessa
Xiqqooshee sirraa siqnaan
Kiyyoo shan siif qopheessa
Afaan damma dibatee
Garaa keessatti aada
Jireenya kee balleessuuf
Buusee baaseetu yaada

Toonii tooniin tarreessee
Sirratti fe'a biyyoo
Koodee kiyya siin jechaa
Dura kee kaa'a kiyyoo
Yooomuu hin shallagamu
Garaan namaa fagoodha
Kan garraamii fakkaatus
Darbee darbee hamoodha

Akka hin qabuuf malee
Namni maal naman goone
Nama jechuun bofadha
Bofa garaan hin loone

Garuu hunda miti! Waliif qoodaa!

28/04/2025

Maatama Gaandiin wantootni kudhan jireenya namaaf balaadha jedha!

⓵. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)

⓶. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)

⓷. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)

⓸. Daldala hamilee malee (business without morality)

⓹. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)

⓺. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)

⓻. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)

⓼. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)

⓽. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)

⓾. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability)

Oromiyaa
06/04/2022

Oromiyaa

31/01/2021

Jajjabee koo goonnii haqaa faarsa goobantichi dideet seenaa dabsaa sirna akakayyuti nutti odessaa kan dargin awwalee lafa keessa.

30/01/2021

Kormatu dhalcha korma, akka abbasa kootu yaa goota zinnaarin dachaa sirnaa, nafxanyaa situ bakkatti galcha. -koo kana godha.

30/01/2021

ABO waliin fuuldurrii keenya ifaa!

Address

Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daanii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category